Qajeelfama hojjatoota misooma qonnaa. Qajeelfama kana keessatti jechi koorniyaa dhiiraatiin ibsame dubartiis ni dabalata. 3) Waajjirri Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa sadarkaan jiru dhimma madaallii raawwii hojii hojjettoota mootummaa irrattiitti gaafatamummaa qajeelfama kanaan kennameef hin raawwanne yoo ta’e Biiroo/ Waajjira Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa sadarkaa oli jiruutiin qoratamee qaama ilaallatuun tarkaanfiin barbaachisaan kan Badiiwwan hojjetaa tokko hojii irraa kaasuuf seerota, dambii fi qajeelfama hojjettoota mootummaa ykn dhaabbata misooma mootummaa keessatti tarreeffaman akkuma eegamanitti ta’ee namni gaggeessaa garee hordoffii daggaagina naamusaa ykn qondaala naamusaa ta’ee hojjetu tokko badiiwwan armaan gadii raawwatee yoo argame hojii irraa kan ka’uu ta Qorannoo Qonnaa, Giddugaleessota Qorannoo Qonnaa fi Misooma Baadiyyaa, Buufataalee Raadiyoo, Barnootaa, Dameelee Manneen Hojii Naannoo, Buufatalee Fayyaa fi kkf. “Qajeelfamin” kun qajeelfama Misooma Wirtuu Kenninsa Tajaajila Iddoo Tokkoo Mana Maree Deegarsa Misooma IMX Lakk/2004 jedhamee wamamu ni danda’a. Qajeelfama Raawwii Naamusaa Hojjettoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa by adugna5degefe 5) Hojiirra oolma qajeelfama kanaa sadarkaa Naannoottt ol-aantumfiaan Blirichaan kan hordofamu ta'ee, sadarkaa Bulchinsa Magaalaa, Godinaalee fi Aanaaleetti Waajjfuaalee Pabiliik sarviisii fi misooma qabeenya namaatiin ta'a. 2. 5. pdf, Subject Communications, from Haramaya University, Length: 33 pages, Preview: BULCHIINSA MOOTUMMAA NAANNOO OROMIYAATTI BIIROO PABLIIK SARVISII FI MISOOMA QABEENYA NAMAA OROMIYAA QAJEELFAMA MADAALLII RAAWWII HOJII HOJJETTOOTA MOOTUMMAA Gama biraatiin ammoo raawwii gudddina sadarkaa keessatti qaphxiiwwan dorgommii qajeelfama keessatti teessifaman keessaa madaalliin raawwii hojii isaa ol’aanaa yoo ta’u sirni madaallii ifa ta’e jiraachuu dhabamuun isaatiis gudddina sadaarkaa hojii irra oolchuu irratti rakkoo ta’ee tureera. Maddi:- Oromia Agriculture and Natural Resource Bureau +2 Bini YE Zenu Lij Qorannoo Qonnaa, Giddugaleessota Qorannoo Qonnaa fi Misooma Baadiyyaa, Buufataalee Raadiyoo, Barnootaa, Dameelee Manneen Hojii Naannoo, Buufatalee Fayyaa fi kkf. Qaxarrii hojjettootaa kan gaggeeffamu,karoora hooggansa qabeenya namaa Mana hojichaa bara baajatichaa qophaa’e bu’uura godhachuudhaan raawwatamuu qaba. 20 2014. 4. Ibsa Koorniyaa. Kutaa Tokko Tumaalee Waliigalaa 1) Mata Duree Gabaabaa Qajeelfamni Kun “Qajeelfama Misooma, Bulchiinsaa fi Dabarsa Manneen 2) Yaadawwaan bu'uuraa fi teckiniikaa hoggansa qabeenya namaa, karoora qabeenya nama, imaammata misooma gabeenya nama, foannoo fi filannoo gopheessuun leenjii fhubannoo uumuu ni kenna, 3) Hojiirra oolma qajeelfama ni deeggara, ni hordofa, ni to’ata, ragaawwan barbaachisaa manneen hojiitif ni dabarsa. Kaayyoo WKTIT misoomaa fi guddina IMXtiif tajaajiloota barbaachisaa ta’aan karaa iftoomina qabuun, saffisaa fi bu’aa qabeessa ta’een bakka tokko irraa ykn wiirtuu tokkotti kennuu dha. Hojiilee Hirmaannaa Hawaasaan Hojjetaman Hojiin misooma barnootaa milkeessuu hojii qaama tokkoo fi seektara tokkoon hojjetame galma gahu miti. h) Qajeelfama biroon yoo hayyamamee malee, yeroo hojii mootummaatit mana hojn moofummaa yookiin dhaabbata misooma mootummaa yookiin dhaabbataa dhuunf aa keessatfi qac ar amuun hojj achuu. Document qajeelfama Madaallii Hojii Hojjataa lakk. 3 1. 61/1994 (Akka Fooyya’etti) Irra Deebiidhaan Fooyyessuuf Bahe Sirna fo’annoo fi filannoo manneen hojii mootummaa keessatti gaggeeffamu bu’uuraan jijjiiruun akka naannootti hojimaata mirkaneeffannaa ga’umsa ogummaa fi hojii diriirsuun akkasumas hojjetaan mootummaa sirna kana keessa akka darbu taasisuudhaan pabliik sarvaantii ilaalcha Misooma Qabeenya Namaa sadarkaa sadarkaan jirutti iyyachuudhaaf mirga guutuu qaba. f Dhimmoota Adda Addaa 16 Qajeelfama Haqame • Qajeelfamni riqicha guddina sadarkaa fi mindaa ogeessota misooma qonnaa xalayaa lakk. Qajeelfamni kun hojjattoota Mootummaa, Muudamtoota Mootummaa fi Filatamtoota uummataa sadarkaa Naannoo irraa hanga Gandaa jiran irratti raawwatinsa ni qabaata. Keessattuu hojiin hirmaannaan hawaasaa keessa hin jirre milkeessuun rakkoo guddaa ta’a. Gitoota hojii banaa irratti hojjataa alaa qaxaruun kan danda’amu, duraan dursee guddina sadarkaatiin yookiin jijjiirraa keessaatiin hojjattoonni guutuu danda’an kan hin jirre yoo ta’eedha. haala humna namaa qabaniin koree naamusaa hundeessuun dhimma naamusaa ni raawwatu. f- Miseensonni koree namuusa kan hundeffamu namoota shan (5) of keessaa qabuu ta’ee:. Bu'uura qajeelfama kanaatiin hojii/ogummaa uffatnii fi meeshaan hojii hin murtoofneef irratti hojjatoota ramadamaniif uffataa fi meeshaa hojii kennuun barbaachisaa ta'ee yoo argame ykn Labsii Hojjettoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lak. Hanqinaaleen kenniinsa tajaajila manneen hojii keessatti mul’atan kun sadarkaa mana hojii, hooggansaa fi siivil sarvaantii naannichaa biratti kan calaqqisuudha. 10-1/264/14 gaafa 26/02/2011 bahee hojiirra oolaa turee fi hojmaatnii fi barmaatileen biroo qajeelfama kanaan haqamaniiru. Akkaataan jechichaahttkabiraa kan kennisiisuuf yoo ta'e malee, qajeelfama kana keessatti: 1) (Biiroo" jechuun Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Ororniyaa dha. i) Yeroo hojii idilee isaatiin alantana hojii isaa osoo hin beeksisiin mana hojii biroo keessatti hojjachuu yookiin tajaajila gorsaa keitnuun kaffaltii fudhachuu. Ogeessonni yeroo ammaa kana ogeessa misooma qonnaa gandaa ta’uun tajaajjilaa jiran sababa foyya’iinsa kanaan gara boodatti deebi’uun riqichi guddina sadarkaa fi mindaa akka sirraa’uu fi kaffaltiin mindaan dabalataa akka kaffalamuuf gaafachuu hin dandaa’an. fMiseensonni koree namuusa kan hundeffamu - namoota shan (5) of keessaa qabuu ta’ee: Nov 27, 2018 ยท 5. Maddi rakkoolee kanaas, Hojimaata fi qajeelfama mootummaa cabsuu, Sirni gaafatamummaa laafaa ta’uu, Aantummaa uummataa dhabuu, Al-naamusummaa pablik sarvisii keessatti babal’ate Lakkkoofsa ----/2016 Qajeelfama Misooma, Bulchiinsaa fi Dabarsa Manneen Naannoo Oromiyaa, Lakkoofsa 246/2016 Hojiirra oolchuuf bahe Qajeelfamni Kun Bu’uura Dambii Misooma Bulchiinsa fi Dabarsa Manneen Naannoo Oromiyaa, Lakkoofsa 246/2016 keewwta 59 tiin baheera.
riyhrfos pywepbe ioxqs kpquj hykeke nql fbtm urvd wafq ksi